2 Kings 17:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi AABBO Waaqi worra Israelitiifi ka Yuda gargari baase, worri Israeli Yeroboamu ilma Nabathi hayyu tolfate. Yeroboamuni worra kara Waaqa iraa gorse ch'ubbu hamtu keesa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra Israa'elii Yihuudaa irraa haga fooyeen maayessa worri Israa'elii ilma Naabaaxii Iyyoorbi'aamiin filanii uf irratti moosisan. Iyyoorbi'aamillee akka isaan Rabbiin dhiisan godhu'uuf gara cubbuu hama'aatitti isaan geesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Israa'eloota maatii Daawitii irraa gargar yennaa baase, Israa'elooti ilma Nebaatii Yerobi'aam mootii godhatane. Yerobi'aam Israa'elooti akka Mootii Waan Maraa hin hordofanne dokonkorsee, cubbuu guddoo akka isaan hujanu godhe.