2 Kings 17:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gaafa qara achi qubatani AABBO Waaqa insodaanne; tanaafi inni nyeench'a worra hobaasu iti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achi keessa haga jiraachuu jalqaban Rabbiin sodaatan. Rabbillee leencan isaanitti ergee isaan fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa matooma achi qubatane, Mootii Waan Maraa hin waaqonfanne. Tanaaf Mootiin Waan Maraa neenqa itti erge; neenqi sun isaan keessaa garii ijjeese.