2 Kings 17:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan hayyu Ashurutini jed'ani, Biyyiti dira Samaria keesa qubatu seera waaqa lafa suni imbeetu, tanaafi waaqi suni nyeench'a worra balleesa iti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin ati akka isaan qachoota Samaariya'aa keessa jiraatan goote banii seera waaqa biyya sanii beekan ta'anii hin argamne. Sababaa kanaaf oduun ‹Rabbi leenca isaan caccabsee ajjeesu isaanitti erge› jedhu isa gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan ati qachaa Samaariya'aa keessa qussiitte, seera waaqa lafa sanii hin beenne; tanaaf inni neenqa isaan ijjeesu itti erge» jedhanee mootii Asooriititti himane.