2 Kings 17:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Ashuru waan jed'e, Qaalole nu boojine taani nama toko gadi deebisa; inni ha gale, achi tae, seera waaqa lafa suni biyya barsiisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootichi, «Gadoota boojinee finne keessaa tokko achi ergaa'a; achi deemanii seera waandhi tolfamaan biyya sanii ajaje akka banii barsiisan godhaa'a» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootiin Asoorii, «Hayyoota Samaariyaa keessaa boojitane keessaa tokko achii deebisa'aatii, seera waaqa lafa sanii kolbaa barsiisuu ti» jedhee ajaje.