2 Kings 17:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akasiini qaallichi Israeli toko, ka qara Samaria keesaa boojiani, kae, Betheliti deebie, achi tae, aka AABBO Waaqa kad'atani biyya barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf gadichi gosa Israa'elii ka booji'ame deebi'ee Beeteeliin taa'e; achitti baniin akkamitti akka Rabbiin waaqeffatu barsiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf hayyoota isaan Samaariyaa keessaa booji'ane keessaa tokko dhufee Bet'el keessa le'ee, kolbaan attam akka Mootii Waan Maraa waaqonfattu barsiise.