2 Kings 17:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri dira Samaria sunini akuma kaani waan boch'ani waaqa tolfatani maneeni worri Israeli duri jaare keesa kayani, kad'atani. Gochiti ch'ufti, dira keesa teetu keesati, waan harkaani boch'ani waaqa tolfatte kad'atte:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Samaariya'atti quphate garuu ufumaa waaqa tolfamaa hojjatanii hulee gooddaa yookaan tulluu worri Israa'elii irratti waaqeffatan irra kaayan; gareen maruu qachaa ufii keessa jiraatanitti waaqa tolfamaa ufiif hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa, qachoota keessa qubatane keessatti waaqota ifii hujatanee, galma addee waaqonfanna'aa jiru, ka worri Samaariya'aa ijaare keessa keyane.