2 Kings 17:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Babiloni akheekha waaqa Sukoth-Benothi mid'aafate; worri Kutha ka Nergali mid'aafate; worri Hamathi ka Ashima mid'aafate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Baabiloonii waaqa tolfamaa Sikootinaam jedhamu hojjatan; namoonni Kutaamii waaqa tolfamaa Ergeel jedhamu hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Baabilonii waaqa dharaa ka «Suukoot-Benot» jedhamu, namooti Kutaa waaqa dharaa ka «Nergaal» jedhamu, namooti Haamaatii waaqa dharaa ka «Ashiimaa» jedhamu hujatane.