2 Kings 17:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini ch'ufti AABBO Waaqale inuma kad'ata. Ammalle gosa ufi keesa namuma argani fohatani qaalole tolfatani, worri sunini fulla Waaqa d'araa suni iti kad'atani hojate, gumi ch'ufa jed'e sorio baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kunniin ammallee Waaqa dhuga'aa Rabbiifillee hin sagadan; garee maraa keessaa worra waaqa tolfamaa worra Aramaawotaa gadoota hulee ciinca'aatitti tajaajilan filatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraa waaqonfatane; te'uu malee hayyoota ciincaa addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaa tajaajiltulle filatane.