2 Kings 17:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri AABBO Waaqale kad'ate, ammalle waaqa ufile kad'ate, aada lafa worri keesaa bahe gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbiin waaqeffachuu jalqaban; karaa biraatiin akkuma worra armaan dura isaan woliin turan waaqeffataniititti waaqa tolfama'aa sagada'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan Mootii Waan Maraa waaqonfatane; ammoo akkuma aadaa gosa biyya adda addaa ta hunnaan keessaa isaan fidanee, waaqota ifiille waaqonfatane.