2 Kings 17:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga arrale worri sunini aada suni guluma yaa. Worri AABBO Waaqa kad'ate, aadaafi seera inni duri d'aloota Yakobooti kenne (ka inni maqa duri Israeli baaseefi) gula iyyau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga adhaa woma duraan godhan san hojjatan; Rabbiin hin sodaanne; akkuma Rabbi ijoollee Yaaqoobii ka Israa'el jedhee waame ajajetti seera, murti'ii fi ajaja isaa hin raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan haga adhalle aadaa durii ittuma jiran. Isaan Mootii Waan Maraa hin waaqonfanne yookiin seerata, sirna, seeraa fi ajaja inni sanyii Yaaqoobii ta «Israa'el» jedhee moggaaseef kennelle hin eeganne.