2 Kings 17:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ana, AABBO Waaqa ka jabeennaafi irre ufitini lafa Misiri keesaa isani baase ch'aqasu maltani. Isani na durati gajettani, sorio naa baasu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbii irree ufii jaba'aan biyya Misiriitii isin baase sodaadhaa'a; sagada'aafille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo ana Mootii Waan Maraa ka hunna guddo'oo fi irree jaddu'uun biyya Gibxi'ii keessaa isin baase waaqonfadha'a; naaf sagada'a; ciincaalle naaf dhikeessa'a.