2 Kings 17:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hojja ch'ufa aadaafi seera anini isanii kenne guutu maltani. Isani waaqa d'ibi kad'achu himmalle,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera, ajajaa fi murtii inni isinitti kenne haga bara baraa eegaa'a; waaqolee tolfamaa biraa hin sodaatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerata, sirna, seeraa fi ajaja ani barreessee isiniif kenne, yennaa mara eegadha'a; waaqota dhibii hin hordofina'a;