2 Kings 17:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tatule worri dubbi suni ch'aqasu dide, aada ufi ta duri taana iraa ingore, guluma yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu woma dura baratan godhan malee isaa hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee isaan aadaa ifii ta durii san ittuma hujane malee, isa hin dhageenne.