2 Kings 17:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akasiini worri sunini AABBO Waaqa kad'ate, ammalle waan harkaani boch'anile waaqa jed'e kad'ate; haga arrale d'alooti worraa akasuma tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ormaa kun Rabbiin sodaatan; akkasuma fakii waaqa tolfamaa ufiif hojjatan waaqeffatan; ijoollee isaanii, ijoolleen ijoollee isaanii akkuma abboonni isaanii godha'aa turan isaanillee haga adhaa akkasuma godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre gosi biyya adda addaa tun Mootii Waan Maraa waaqonfatte; waaqota dharaa ka ifiille tajaajilane; haga adhaalle ijoolleen isaaniitii fi ijoolleen ijoollee isaanii akkuma abbootii isaanii ta durii goote godhane.