2 Kings 17:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Shalmanesani lafa Israeli d'ufe had'e, dira Samaria marse. Ganna sadeeso ka dira suni marsani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Seelminaasoor biyyattii Samaariya'aa woggaa sadihiif marse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Shalmaaneser lafa Israa'elii mara lolee, woggaa sad qachaa Samaariya'aa marse.