2 Kings 17:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka ammalle haga Hosheani lafa mohate ganna sagali, hayyuuni Ashuru dira Samaria dabsate, worra Israeli boojie, lafa Ashuru geese, ka gari dira Hala geese, ka gari d'aatu galaana Habori, ka lafa Gozani, geese, ka gari dira worra Medi geese achiti qubsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hooseen mooyee woggaa sagaleesso'ootitti inni Israa'eliin mooyatee Samaariyaa qabatee worra Israa'elii booji'ee hidhee gara mootii Asoorii fide; isaan keessaa banii hagoo Ba'aalaahenaa, Baraaboorii haga Goozaanii fi qachaa Meedoonii keessa isaan kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hose'a mootii te'ee woggaa sagaleesso'ootitti, mootiin Asoorii qachaa Samaariya'aa qabate. Inni Israa'eloota gara Asoorii godaansisee Haalaa keessa, Gozaan keessatti laga Haaborii biraa fi qachoota Miidiyaanii keessa qubachiise.