2 Kings 17:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti dira Samaria akasi taheefi waan worri Israeli AABBO Waaqa isaani, ka worra harka hayyu Misiritiifi lafa Misiri keesa baase durati, ch'ubbu tolcheefi. Worri waaqoota d'ibi kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan wonti kun ta'eef cubbuu worri Israa'elii hojjate, Rabbii isaan biyya Misiriitii baasee gara biyya waadaa galeefii isaan masakke waan gaddisiisanii fi waaqolee tolfamaa waan waaqeffataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii Mootii Waan Maraa Waaqa ifii ka biyya Gibxi'ii keessaa, harka mootii Gibxi'ii jalaa isaan baase waan yakkiteef, tun duudiin teete; isaan waaqota dhibiille waaqonfatanee,