2 Kings 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aada gosa AABBO Waaqi gumi ufi duraa gusse gula yae, aada hayyooti Israeli d'uftenile tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii masakka'aa hennaa isaan fide hujii hamaa ormaa ka inni afoo isaaniitii balleesse hojjatan; akkasuma waan hamaa mootonni Israa'elii barsiisan fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
aadaa kolbaa biyya adda addaa, ta Mootiin Waan Maraa Israa'eloota duraa ari'ee baase hordofanee, aadaa moototi Israa'elii hamooleen hujjelle hordofane.