2 Kings 17:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli waan hamtu AABBO Waaqi infane tolfate, fulla Waaqa d'ara iti kad'atu dira ch'ufa keesati jaarate, dira didiqafi gugurda ch'ufa keesale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii afoo Rabbiititti waan qajeelaa hin taane dhossa'aan hojjatan; qachaa ufii maraa keessatti gamoo waardiyyoonni irra dhaabatanii eegan irraa jalqabee haga qachattii dallawamtee gubbaa irratti hulee sagadaa ijaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti dhossa'aan Mootii Waan Maraa Waaqa ifii duratti waan sirrii hin te'in hujje. Isaan olloota didiqqaa ka xelleephoo fichaa eegatanu qabuutii kaasanee, haga qachaa guddaa dalleya dhaka'aa qabuutitti qachoota ifii mara keessatti, addee waaqonfanna'aa ijaarratane.