2 Kings 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Ashuru worra Israeli boojie, ka gari Hala geese, ka gari galaana Habori, ka lafa Gozani, geese, ka gaari dira worra Medi geese achi qubsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Asoorii worra Israa'elii booji'ee gara Asoorii fide; isaan keessaa namoota hagoo qachaa Alaaheenasaatitti, namoota hagoo garuu Aboorii laga Goozaanii qachaa Meedoonii bira isaan kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Asoorii Israa'eloota booji'ee gara Asoorii geessee Haalaa keessa, Gozaan keessatti laga Haaborii biraa fi qachoota Miidiyaanii keessa qubachiise.