2 Kings 18:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi jara Ashuru guddaani toko waan jed'eeni, Waan isani Hezekiani jettani, Hayyuuni Ashuru waan jed'e, Maaniti akana garaa si jabeese ufi si d'ugefachise?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raafaasiqiisi worra ergamaniin akkana jedhe, «Hisqiyaasitti mootiin guddaan Asoorii akkana jedha jedha'aa himaa'a jedhee erge; mootiin wonti ati amma itti abdattu kun maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltootaa Hisqiyaasitti isaan ergee, «Mootiin Asoorii guddaan: Ati maan addattee bidhaa malee teetta?