2 Kings 18:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ganni isaa diddami shani, duuba inni ganna diddami sagali Yerusalemu keesa lafa mohate. Had'a isaa maqaani Abiya, isiini dubra Zekaria.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mooyu inni nama woggaa diddamii shaniiti; inni teessoo ufii Yerusaalemiin godhatee woggaa diddamii sagalii bulche; haadha isaa Abiyaa Zakkaariyaasitu uumate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas mootii yennaa te'e, nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa diddamii sagal bulche; maqaan haadha isaa Abiiya'a; isiin intala Zakaariyaasii ti.