2 Kings 18:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma kooti hayyu kenna ka Ashurutini waan takaa woliini taha: Anini fardoole kuma lama sii kenna, yo atini dandeete nama hagasi ka yaabatu naa kennite!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu mootii Asooriititti morkattee worra isa irra taa'an uduu ka argachuu dandeettu ta'ee ani faradoo kuma lamaa sii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma koyiitii goottaa kiyya mootii Asoorii woliin wol morki; namoota farda irra tee'anee loluu dande'anu abbootii fardaa yoo qabaatte, ani fardoo kuma lama si'iif hin kenna.