2 Kings 18:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan anini qarqaarsa AABBO Waaqa male lafa teesani had'e balleese seeta? AABBO Waaqati, Beeni, lafa suni had'i balleesi nani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma ajaja Rabbii malee hulee kana balleessu'uuf bayeeraa? Rabbi «Gara biyyattii tanaa dhaqii balleessi» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya tana fedha Mootii Waan Maraatiin ala lolee balleessiisaaf dhufe seetaa? Mootii Waan Maraatittuu, ‹Biyya tanatti duuliitii balleessi› anaan jedhe» jedhe.