2 Kings 18:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Isani waan hayyichi Ashuru isanifi hayyu keesani ch'alla qonqo tana iti erge seetani? Hiyo akasiniti, anini gumi arma teteetu tana, ta eegi tana finch'aanifi udaani ufi akuma keesani sooratuti dubbachuni jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rafaasqiis garuu, «Gooftaa kiyya akka jecha kana dubbadhu gara keetii fi gara gooftaa kiyyaa na ergeeraa? Akka isin woliin udaan lukku'uu nyaatanii akka fincaan ufii dhugan wonti dubbadhuuf akka worri dallawa keessa jiran maruu dhagayaniif» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Goottaan kiyya dubbii tana goottaa keessanii fi isin qofatti akka dubbadhuuf na erge isinitti fakkaataa? Namoota dalleya dhaka'aa irra jiranu, worra akkuma keessan udaan ifii nyaatu'uu fi fincaan ifii unu'uu jiruuf, akka dubbadhuuf na ergee motii ree?» jedhe.