2 Kings 18:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni faana ababo isaa Daudi gula bahe, waan AABBO Waaqa gammachiisa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni akkuma abbaan isaa Daawiti Rabbiin afo'otti waan mishaa godhe akkasuma waan mishaa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbaan isaa Daawiti huje, Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje.