2 Kings 18:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni AABBO Waaqa abdad'a jed'e isani insobini. Waan AABBO Waaqa isani baase askarti Ashuru dira keesani iraa deebisu insehina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas Rabbitti amanaa'a inni isin fayyisaa; qachaan teenna akka harka loltoota Sooriya'aa jala hin galle nu irraa dhoogga» jedha'aa ka inni isin gorsu hin dhagayinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas, ‹Mootiin Waan Maraa dhugumaan nu hin baasa; qachaan kunille harka mootii Asooriititti dabarfamee hin kennamu› jedhee Mootii Waan Maraatitti akka addattanu isin hin godhin.