2 Kings 18:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi Hezekia inch'aqasina. Hayyuuni Ashuru waan isaniini jed'u, Nati koota, booju kad'ad'a. Duuba yo booju kad'attani isaniini ch'ufti daad'i zabibu teesani d'uddani, mid'aani keesani ka oda nyaattani, madda teesani keesaa bisaani d'uddani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Asoorii akkana isiniin jedha ‹gara kiyya koottaa'a; na woliinillee araaramaa'a; isin maruu woyinii keessanii fi muka hurbu'uu irraa nyaadhaa'a; boolla bisaanii keessan keessaallee bisaan dhugaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Hisqiyaas jedhu hin dhage'ina'a. Mootiin Asoorii: Na woliin araarama'aatii, gara kiyya kowa'a; achiin duuba tokko tokkoon keessan midhaan woyni'ii keessanii fi midhaan harru'uu keessan hin nyaattan; boolla bisaan keessanii keessaa bisaan hin untan.