2 Kings 18:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Hamathitifi ka Arpadi me re? Waaqi Sefarvaimutifi ka Henatifi ka Iva me? Waaqi suni tokoleeni ya Samaria harka kiyya jalaa baase?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqoleen tolfamaan Haamaatii fi Arfaadii eessa jiran? Waaqoleen tolfamaan waayimii, seefeeriitii fi ka henna'aa ka Iwaamiillee eessa jiran? Samaariyaa harka kiyya jalaa baasuu hin danda'anii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqoti Haama'aatii fi Arphaadii eessa jiran ree? Waaqoti Sefarwaayimii, waaqoti Hena'aatii fi Iiwaa eessa jiran ree? Isaan qachaa Samaariya'aa harka kiyyaa baasaneeranii ree?