2 Kings 18:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi lafa suni tokoleeni yoomi lafa ufi harka kiyya keesaa baase? Isani akami, ka waan suni ch'ufa quba qabdani, Waaqi Yerusalemu nu baasa jettani re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Yerusaalemiin harka kiyya jalaa baasu'uuf waaqolee biyya keessa jiran maraa biyyattii ka harka kiyya jalaa hambise eennu?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota biyyoota tanaa mara keessaa, lafa ifii harka kiyyaa ka baasuu dande'e kam ree? Eegasuu Mootiin Waan Maraa attam Yerusaalem harka kiyyaa baasuu dande'a ree?» jedhe.