2 Kings 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani AABBO Waaqa Israeli d'ugeefate; worri Yuda, haguma d'alate, taka isa duraafi eegi isaale hayyu akasi inhoranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbii Waaqa Israa'elii abdii godhate; mootiin isaan maayessa turellee yoo ta'e ka duraa mootiin akka isaa Yihuudaa keessa hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'eliititti addate; mootota Yihuda'aa keessaa, isaan dura yookiin isaan duuballe ta akka isaa hin jirtu.