2 Kings 18:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni taka AABBO Waaqa lakise seera isaa inch'absine. Ammo seera AABBO Waaqi Musaa kenne ch'ufa akuma dansaa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin wolii gale isa irraallee hin fagaanne; ajaja Rabbi Muusee ajajellee hin eege.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraatiif addatamaa waan te'eef, isa hordofiisa irraa hin deebinne; ajaja Mootiin Waan Maraa Muuse'eef kennelle eegate.