2 Kings 19:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyuuni Ashuru lafa inni balleesu fed'u ch'ufa tolchu ya d'ageetani. Isani mala keesani waan jalaa baatani seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo waan mootonni Asoorii biyya maraa irratti godhanii fi attamitti akka balleessan dhageetteerta; ati kanaan amma waan jalaa baatu seetaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ati waan moototi Asoorii biyyoota mara godhane, akka isaan ijjumaa isaan balleessane dhageetteerta; ati hin baata seetaa?