2 Kings 19:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti tiyya dira Gozanifa, ka Haranifa, ammalle ka Resefufa balleesite, worra Beth-Edeni ka lafa Telasari keesa keesa jiru hobaafte, waaqi worra tokoleeni worra baasu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waaqoleen ormaa ka abboonni teenna balleessite Goozaaniin, Kaaraaniin, Raafiisi, ijoollee Eedeenii ka Batalaasaarii jiran oolcheeraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqoti gosa biyya adda addaa, ka abbootiin tiyya ta durii balleessite, waaqoti qachoota Gozaanii, Kaaraaniitii fi Rezeefii, waaqoti kolbaa Edenii ta Tel-Asaar keessa leetuu, isaan baasaneeranii ree?