2 Kings 19:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waaqoota worrale ch'ufa gubde — waaqoota woma keesa injirre, ka nami mukhaafi d'akha boch'e harkaani mid'aafatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii harka namaa ka dhaga'aa fi muka irraa bocamee hojjatame malee waaqolee tolfamaa waan hin taaneef ibidda keessa buusanii balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waaqoti isaaniille, dhaka'aa fi muka irraa harka namaatiin bocamanee hujamane malee, waaqota waan hin te'iniif gubanee balleessane.