2 Kings 19:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Eliakimu, ka mana hayyuuti guddatifi Shebna ka tatabe hayyu t'aafufi qaalole gugurdole gara raaga Isaya, ilma Amozi, erge. Worrileeni ch'ufti woya ch'arqi naqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ajajaa manaa Eeliyaaqeem, barreessaa Seminaasiin manguddoonni gada'aa uffata gaddaa uffatanii gara Isaayyaasii raatticha ilma Amootsii akka dhaqan itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni itti gaafatamaa mana mootumma'aa Eliyaaqim, barreessaa mana mootumma'aa Shebna'aa fi hayyootaa keessaa worri jaarsolee te'ane, woyaa gaddaa uffatanee, gara Isaayaasii raagicha ilma Amosii akka dhaqanu erge.