2 Kings 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isaa ka AABBO Waaqi dubbate tana: Ee Senakeribu, diri Yerusalemu si koble si goyeese si tufata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Rabbi waan isaatiif dubbate kana; durbi Tsiyoonii si tuffatti; sitti balditi uduu ati dheessa'aa jirtu durbi Yerusaalemii mataa ufii sitti raafti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa marroo isaatiif: «‹Ee Senaaheriib, kolbaan Xiyoonii si tuffattee sitti murgiti. Si'ii baqatiisatti jirtuun kolbaan Yerusaalemii si duubaan sitti kolliti.