2 Kings 19:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini waan kanke ch'ufa imbeekha, waan atini tolchitufi fulla atini deemtule. Ammalle aka atini dallante naati roqomtule anini imbeekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu teettee ka'uu kee, bayaa gala kee, akkasuma akka na mormite hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ammoo ka'aa fi teessoo teeti, bayaa fi gala keeti, aari'iin na irratti ka'iisa keeti beekeera.