2 Kings 19:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu dallansufi kiyyiba kanke suni d'agaye, tanaafi amma tana kiyyoofi lugama Siti kaye kara atini d'ufte kaani si deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli keetii fi uf jajuun kee gurra kiyya waan seeneeruuf funyoo funyaan keetitti; lugaamallee afaan keetitti godhee karaa duraan dhufte keessa si deebisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati aari'iin na irratti waan kaateef, kooriisa keetille waan dhage'eeruuf, ani saganaa kiyya funnaan keetitti, bixaala kiyya afaan keetitti keyee, karuma dhutte si deebisa» jedhe.