2 Kings 19:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aamsi inni, Isayati hima jed'e kana: Arriti guyya gaargalati, ka nu gaargalchani nu ch'eersani, nu niiti d'au jirtu, ta ilme irre d'iibatuni d'abde fakaanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee Isaayyaasiin «Hisqiyaas ‹guyyaan kun guyyaa rakkoo gudda'aati; adabbiin nama saalfachiisuu fi salphinni nu irra gaya'aara; hennaan ijoolleen itti dhalattu gayeera; akka dubartii ciniinsuun qabee hunna hin qabnee ta'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Isaayaasiin, «Mootichi Hisqiyaas, ‹Barri kun bara rakkinnaa, bara adabbi'iitii fi bara salphinnaa ti; akka dubartii deyiisa geettee hunna ittiin ciniinsifattee deettu dhadduu ti.