2 Kings 19:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda ka hafu akuma mukha hiddi isaa aka dansaa lafa keesa seene late mid'aani baasu taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
manni Yihuuda'aa ka du'a irraa hafe hin jabaata; hidda gad fageeffata;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Yihuda'aa keessaa worri miliqee hafe, akka muka hidda gad yaafatee midhaan buusuu, ijoollee hedduu hin horan.