2 Kings 19:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemufi gaara Sioni gubbati nami inuma hafa, wonti akanatiifi AABBO Waaqi waan suni tolchu male intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri Yerusaalemii fi gaara Tsiyoonii irraa hafan hin dhufan Rabbiin gooftaan banii maraa uduu kana hin raawwanne hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yerusaalem keessaa fi gaara Xiyoonii irratti hafane hin dhufan; hinaaffaan Mootii Waan Maraa ka waan mara dande'uu tana hin gooti.