2 Kings 19:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dira kana nyaapa iraa d'owe baasa, maro guddinna kiyyatifi ammalle maro kakhu ta anini hojattu tiyya Dauditi kakhad'eefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii tana ulfinna kiyyaa fi akkasuma waan abdii garbicha kiyya Daawitii kenneetiif jedhee lolee isii hambisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani ulfinna kiyyaa fi waadaa tajaajilaa kiyya Daawitii galeef jedhee, qachaa kana hin eega; hin hamburalle'e› jedheera» jedhe.