2 Kings 19:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko, ato inni mana waaqa isaa, ka Nisroki jed'ani keesa tae waaqa kad'atu, ilmaani isaa lama, Adramelekifi Sharezani goraade ufitini isaa ijeefte, lafa Araratiti baqatte. Duuba ilmi isaa, ka Esar-Hadoni jed'ani, fulla isa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa tokko uduu inni mana sagadaa ka Waaqa ufii Sanaasaarakiin keessatti sagadu ijoolleen isaa Adraameekii fi Saraasar isa ajjeesanii gara biyya Araaraatii dheessan; bikka isaa ilma isaa Asrado'otu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko inni galma waaqa ifii keessa seenee, waaqa ifii ka «Nisroo» jedhamu waaqonfatiisatti adoo jiruu, ilmaan isaa Adraamelekii fi Shaarezer shallaaga'aan isa ijjeesanee, gara lafa Araaraatiititti baqatane; addee isaatitti ilmi isaa Esaar-hadon mootii te'e.