2 Kings 19:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Ashuru yayu namicha gudda hojattu isaa, Waaqa gudda arabsi jed'e erge. AABBO Waaqi kanke ha araba kana d'agaye worra isa arabsu kana gaargalchuti. Tanaafi atini amma worra keenna ka hafu Waaqa kad'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin moototaa Asoor Rabbii jiraataa akka arrabsu nama baallii guddaa qabu ergeera; Rabbi Waandhi kee arraba kana dhagayee ka arrabsu san adabuu danda'a; kanaafuu namoota banii keenna keessaa lubbu'uun hafanii yabo'oo Rabbiin kadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti dubbii ajajaan loltootaa Rabshaaqeen goottaan isaa mootiin Asoorii isa ergee, Waaqa jiraata'atti akka inni murgu godhe tana mara dhage'ee, isa hin adaba fa te'aa, nu worra diqqaa lubbu'uun hanneef daadimadhu› jedha» jedhane.