2 Kings 19:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hayyicha odu lafa isaati isa deebiftu d'ageesise, duuba achiti isa ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani kunoo hafuura oduu lolaa dhageessisu erga; oduu dhagayee gara biyya ufii deebi'a biyya san keessatti akka guraade'een du'u godha› » jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani ayyaana akka inni oduu dhage'ee, gara biyya ifii deebi'u isa godhu, isaaf hin kenna; achitti shallaaga'aan akka inni du'u hin godha› jedheera, jedha'aatii goottaa keessanitti hima'a» jedhe.