2 Kings 19:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qonqooni worra Ashuruti d'ufte waan jette, Duuli lafa Misiri ka hayyu Tirhakani ka worra Kushi iti abba, had'iisa keesani d'ufu jira. Hayyuuni Ashuru dubbi suni d'agaye jennaani qonqo gara hayyu Yuda, ka Hezekia jed'ani, erge
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni mootiin Itoophiya'aa Tirihaaqi si woraanu'uuf dhufeera oduu jedhu hennaa dhagaye ergaa akkana jedhu gara Hisqiyaasii erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Gibxi'ii Tiirhaaqaan nami biyya Itoophiya'aa akka isa loliisaaf dhufaaru, Senaaheriib yennaa dhage'e, Hisqiyaasii mooticha Yihuda'aatitti namoota ergee,