2 Kings 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri haasaa iti d'aabate, ato worri yau gaarini nafi isaa ch'ufti ibida, ka fardi isaa hirkisuleeni ch'ufti ibida, jiddu worra lamaani bahe, Eliyaa bubbeeni gubbati olfuute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu woliin qaaqa'aa taphata'aa deeman faradoon ibiddaa ka gaarii ibiddaa harkisan dimmaa jidduu isaanii seenanii isaan lachuu adda fooyan; Eeliyaas garuu haboonbolatti'iin ol fudhatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan woliin haasowaa ideemanuu, garreettaan fardaan harkifamu ka ibiddaatii fi fardooleen ibiddaa wodhakkaa isaanii seentee, isaan lamaan gargar baatte. Eliyaasille hobonbolatti'iin gara ol gubba'aa fudhatame.