2 Kings 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
woya Eliya iraa buute fuud'e, kae deebie afaani galaana Yordani eje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaabbaa Eeliyaasiin irraa bu'e lafaa fuudhee deebi'ee qarqara laga Yoordaanosii dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i woyaa Eliyaas irraa buute lafaa fuudhee, deebi'ee qarqara laga Yordaanosii dhaabbate.