2 Kings 2:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagooti shantama ta Yeriko taani isa agarte jennaani waan jette irreeni Eliyaa ya Elishati hafte! Worri fuula keesa yae durati gajed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen raattotaa ta Iyyaariko'oo dhufte hennaa isa argite «Hafuurri Eeliyaasiin irra jiru Eelsaa'iin irra bu'eera!» jedhanii isa argu'uuf dhufanii isa afo'otti gad jedhanii nagaya isa gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti Yerikoo keessa jirtu fago'otti yennaa isa dhaggite, «Ayyaanni Eliyaasii Elsaa'i irratti bu'eera!» jette; isaan isa dhaggiisaaf dhaqanee, isa duratti lafatti gad gombifamanee,